PDFأحد كتب مركز أصول المترجمة إلى اللغة الأرومية بعنوان كيف تقرأ القرآن. QUR’AANA AKKAMITTI QARAANA?Kitaabni kun sadarkaa daraajaa guddina qur 'aanaati ibsa. Akkasuma barnoota akkaataa qaraatii qur 'aanaa (tajwiidaa) bal' inaan uf keessaa qaba.