My first day in Islam: A simplified explanation of the Three principles that a new Muslim must know

 

 

There are things that new Muslim must learn and know, including knowing the answer to the three significant questions that every person is questioned after death, determining his eternal destiny; either to Paradise or Hell, they are:

- Who is your lord? 

- What is your religion? 

- Who is your Prophet? 

 

 

Guyyaa kiyya kan jalqabaa islaamummaa keessattiNamni Qophii wol qabataa guyyaa lamman duraa islaamummaa keessatti3Afaan Hundee sadeen kan muslima haaraa irratti isii beekuun dirqama ta'u bal'isanii ifoomsuu

 

haarawatti islaamaye waan hedduu islaamummarraa barachuu isa barbaachisa.

San keessaa gaafiilee namni yeroo du'e irraa gaafatamu sadeen deebii isii beekuu qaba. Sunis:-Rabbiin kee eenyu?

Amanitin tee maali?

Nabiyyiin kee eenyu? tanjettuudha.

Kitaabni kurfaan kuni deebii gaafiilee sadeen tanaa bifa miidhagaafii hawataa taheen dhiheessa. Muslimni haaroyni adeemsa isaa barakeeffamaa gara jaalala Rabbiittifii gara jannataatti tahe kana keessatti qajeelfama isaaf taha.